Seenaa Hacaaluu hundaaHACCALUU HUNDEESSAAHin sobne hacceeee kookan jaalattan qofti like share itti roobsaa mee nama meeqatu jaalata???Dumesaye caamaaree? Caamus hongee taharee?Namni ibidda beeku daara argee naharee?Bakka ajaan bay’atu bakka tortooraf raqaa:Allaattif saree malee kan biraa maltuu dhaqa:Daandii dheera na hafe kan fuldura koo ta’uu:Booddetti garagalee bookef tafkii hin lakkawu:Lubbuu biliqa baatuf maafan gola nanna’aa:Saba koof falmee du’een Taaddasa_birru ta’aa:Saba koof falmee du’een Waaqoo_Guutuu koo ta’aa:Biyya koof falmee du’een Oliqaa_Dingil ta’aa:Saba koof falmee du’een Balay_Zalaqaa_Qilxuu ta’aa:Biyya koof falmee du’een Abdisaa_Aagaa ta’aa:Saba koof falmee du’een Bakar_Waare koo ta’aa:Saba koof falmee du’een Lagasaa_Wagii ta’aa:Harreen diidoo itti duulteef haaroo dhugaa gogsaare:Gaarri shiraan tuulame biiftuu baatu dhoksaare:Kan du’ee seenatti hafe kan lufe sila lufe kan dhufesdhiigandhufee:Dhiigni qeerroo inni jige itiyoophiyaa jigde kaase kaa:Dhiigni qeerroo inni jige itiyoo ertiraa walitti araarseekaa:Nansobee? Nansobe?Nansobee ijoollee oromoo?Nansobee ijoollee biyyaa koo?(Barreessaan Riyad Basher) Aug 01 2022 Share this: Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Like Loading... Related Published by Riyadbasher View all posts by Riyadbasher