1/ AJEECHAA HAYYOOTAA Oromoo Shiinnigaa bara kamii Tasifame 19802/ ILMAAN Jeneraal Waqqoo Guttuu meqaa qabaa 493/ Maqaan Ilmaa Jeneraal Waqqoo GuttuuEnyuu JedhamaaHASAN Waqqoo4/ hiriira Mormii Guttuu Oromiyaa Jun 28,20165/ Namni Maqaa Oromiyaa jedhuu Moqasee EnyuuLuws Craft namaa Jedhamu 1837 ..1850 keessaa6/ Afaan Oromoo Akkaa Afrikaa keessaatti Meqafa jiraa 37/ Afaan hortee kush Meqaa 408/ Biyyaa Ethiopia keessatti Afaan Oromoo Akkaa hin Dubatamee baraa kamii irraa dorgomee 19,34….1966 .dhorkamee9/ AFRICAN Keessaa biyyoonni balinaa lafaatiin Oromiyaa caltuu 17 qofaa10/ bal’inni Dachee Oromiyaa biyyoota akkaKuubaa, Bulgaariyaa, Biritaaniyaa wajjinwal qixadha.11/ Oromiyaan Godinoota 21 fi aanolee 350qabu.¤ Godinoota Oromiyaa 21 teessoomagaalaa isaanii waliin1.wallagga Bahaa_ NaqamteeWallagga Lixaa _ GimbiiQeellam wallagga_ Dambi Doolloo4.Horroo Guduruu wallagga _ Shaambuu5.Iluu Abbaa Booraa_ MattuBuunnoo Baddalle_ Baddalle_7.Jimmaa_ JimmaaShawaa kibba lixaa_ walisooShawaa lixaa_ AmbooShawaa kaabaa_ FiicheGodina Addaa Oromiyaa naannawafinfinne _ FinfinneShawaa bahaa _ AdaamaaArsii lixaa_ ShashamanneeArsii Bahaa _ AssallaaBaalee _ Roobe16.Borana_ Yaa’a BallooGujii lixaa_ Bulee HoraaGujii bahaa _ Nagellee BooranaWalloo _ Kamisee20.Harargee Lixaa _ CirooHarargee bahaa _ Harar dhaGodina baalee bahaGinnir jedhamti

Leave a Comment